marathon

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : map, marauding

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • marathon

Hiika[gulaali]

  1. maaraatoona, maraatoonii, dorgommii figichaa kan gara kiiloomeetirii 42 fi meetirii 195nii
  2. hojii yeroo dheeraa fudhatu.

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'