limitless

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : limited, limousine

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • limitless

Hiika[gulaali]

  1. daangaa maleessa, dhuma kan hin qabne.

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'