joint

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : joinery, jointly


Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • joint

Hiika

  1. buusaa, hududdaa, ixinxima, lilimma (kan lafee)
  2. bakka wantoonni lama itti wal qunnaman (fak. bakka ujummoon irratti wal qabsiifamu)
  3. mana dhugaatii namoonni itti wal ga'an.
  4. sigaaraa maariwaanaa qabu.

Maqibsii

  1. qindoominaan, gamtaadhaan