issue

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : isotope, isthmus

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • issue

Hiika

  1. mata duree yookiin qabxii marii (kan barbaachisaa ta'e)
  2. katabbiilee idilee yeroo yerootti ba an
  3. dhala, sanyii

Gochima

  1. akka beekamu gochuu
  2. maxxansuu (kitaaba, barruulee fi kkf)