invest

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : invertebrate, investigate

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • invest

Hiika

  1. bu'aa argachuuf yookiin waan tokko misoomsuuf maallaqa baasuu
  2. waan faayidaa qabeessa ta'e tokkoof yeroo fi humna , aarsaa gochuu
  3. aangoo kennuu