interdict
Appearance
kanaslaali : interdependent, interdisciplinary
Afaan Ingiliffaa
- interdict
Hiika
[gulaali]- seera dhorkii (seera akka nami waan tokko hin hojjenne dhorku)
- nami tokko tajaajila mana sagadaa irratti akka hin hirmaanne ajaja ittisu (mana sagadaa Kaatolikii keessatti)