inspiration

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : inspector, inspire

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • inspiration

Hiika[gulaali]

  1. yaada gaarii tasa uumame
  2. fedhii sammuun namaa waa uumuuf qabu kan kakaasu
  3. yaada ka'umsaa