hulk

Wiktionary irraa

kanaslaali : huge, hulking

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • hulk

Hiika[gulaali]

  1. doonii dulloomaa tajaajila hin kennine
  2. nama guddaa wayitti hin dhimmamne.