hidebound

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : hideaway, hideous

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • hidebound

Hiika

  1. yaadaa fi mala haaraa fudhachuu yookiin hordofuu kan hin barbaadne, ilaalcha isaatiin dhiphoo kan ta'e.