hearing

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : hear, hearken

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • hearing

Hiika

  1. dandeettii dhaga'uu
  2. fageenya waan tokko itti dhagaa'an
  3. carraa yaada qaban ibsuu
  4. himatamaan mana murtiitti dhihaatee guyyaa itti qoratamu.