fuse
Appearance
Afaan Ingiliffaa
- fuse
Hiika
[gulaali]- humni ellektirikii jabaa ta'e wayita dhufutti humni ellektirikii kun balaa akka hin geesifnetti shiboo baqxee humna isaa addaan kuttu
- waan salphaatti gubachuu danda'u
- waan boombiin akka dho'u godhu.
Gochima
- walitti qabsiisuu
- akka hin hojjenne gochuu