fundamentalism
Appearance
kanaslaali : fundamental, funeral
Afaan Ingiliffaa
- fundamentalism
Hiika
[gulaali]- waanti Macaafa Qulqulluu irraa hundumtuu dhugaadha bu'uurri amantiis Macaafa kana ilaalcha jedhu (akka yaada warra Kiristaanaatti)
- makarasummaa (kan amantii, siyaasaa fi kkf)