frill

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : frigid, fringe

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • frill

Hiika

  1. faaya uffataa (jifaara)
  2. wantoota dabalataa hagasmara barbaachisoo hin taane garuu immoo miidhagina kennan.