framework

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : strong, frame, franchise

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha
  • framework

Hiika

  1. caasaa waan tokko utubee iddootti isa qabu (fakk. caasaa sibiilaa kan riqichaa fi kkf)
  2. sirna hawaasaa
  3. yaadaa fi qajeelfamoota nami tokko murtii irra akka ga'u godhan.