flounder
Appearance
Afaan Ingiliffaa
- flounder
Hiika
[gulaali]- dhidhiittachuu, waan godhu wallaalee akka nama abdii kuteetti wixxifachuu (bishaan, dhogqee fi kkf keessaa)
- burjaaja'uu yookiin beekumsa qabaachuu dhabuu irraa kan ka'e waa sirriitti hojjechuu wallaaluu
- qurxummii battee (kan nyaatamu)