fleece

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : flee, fleet


Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • fleece

Hiika

  1. dabbasaa hoolaa
  2. huccuu dabbasaa hoolaa irraa tolfame.

Gochima

  1. gowoomsanii maallaqa fudhachuu