flasher
Appearance
kanaslaali : flashback, flashlight
Afaan Ingiliffaa
- flasher
Hiika
[gulaali]- ibsaa makiinaa isa makiinaan garamitti akka marfatu mallattoo agarsiisu (ifuu fi dhaamuudhaan)
- nafsaala isaa yeroo gabaabaaf agarsiisee kan dhoksu.