filigree

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : filial, filings

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • filigree

Hiika[gulaali]

  1. faayaa bareedaa warqee, meetii yookiin sibiila diimaa irraa toflamu.