fiery

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : fierce, fife

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • fiery

Hiika[gulaali]

  1. kan ibidda fakkaatu
  2. qoonqoo keessa kan nama gubu
  3. kan dafee/salphaatti aaru
  4. jabaa