fee

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : federation, feeble

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • fee

Hiika

  1. maallaqa tajaajila ogeessi tokko kenneef kaffalamu
  2. maallaqa miseensa gartuu tokkoo ta'uf yookiin qormaataaf taa'uuf kaffalamu