expose

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : exposed, export

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha
  • expose

Hiika

  1. akka mul'atu gochuu, agarsiisuu
  2. saaxiluu, saaxil baasuu
  3. ifti fiilmii akka qaqqabu gochuu (kaameeraa fayyadamuudhaan)