exceed

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : excel, excavate


Afaan Ingiliffaa

Xiinjecha 
  • exceed

Hiika

  1. baay'inaan ykn guddinaan caaluu
  2. waanta eeyyamame tokko darbanii deemuu