Jump to content

evangelical

Wiktionary irraa

kanaslaali : evangelist, evaluator

Afaan Ingiliffaa

  • evangelical

Hiika

[gulaali]
  1. hordoftoota amantii piroteestaantii kan fayyinni lubbuu karaa Yasuus Kiristoos kophaa mirkanaa'a jedhanii amanan
  2. akka barnoota Kiristaanaa ykn wangeelaatti.
  3. amantii isaa babal'isuuf fedhii olaanaa kan qabu.