euphemism

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : euphorbia, eulogy

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • euphemism

Hiika

  1. kan naasisan irra jecha nama hin naasifne yookiin nama hin qaanessine fayyadamuu (fak. du'e jechu irra boqote akka jedhamu)