epic

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : epicenter, epaulette ----

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • epic

Hiika

  1. walaloo dheeraa (kan waa'ee seenaa namoota beekamoo yookiin waa'ee biyyaa seenessu)
  2. fiilmii hojiin gootummaa keessa jiru kan qalbii namaa hawwatu