ensemble

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : enshrine, enrolment


Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • ensemble

Hiika

  1. gartuu muuziiqaa yookin taatotaa
  2. wayaa wal fakkaataa kan wal faana uffatamu
  3. waantota garaagaraa gamtaa uumanii akka tokkootti mul'atan.