elixir
Appearance
Afaan Ingiliffaa
- elixir
Hiika
[gulaali]- qabatamaan kan hin jirre garuu immoo saayintistoonni bara giddu galeessaa sibiila gara warqeetti ni jijjiirra jedhanii waan isaan sammuu isaaniitti yaadaa turan
- qoricha dhukkuboota hundaa ni fayyisa jedhamee amanamu (yaadaan)