duty

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : dutiful, duty-bound

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha
  • duty

Hiika

  1. dirqama seeraa yookiin dirqama safuu
  2. hojii, dalagaa
  3. ashuuraa meeshaalee gara biyya keessaatti galanirra kaa'amu.
  4. jiruu, jireenya