dummy

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : dumbfounded, dump

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • dummy

Hiika

  1. akkiyyaa (moodelii) namaa kan suuqii keessatti wayaa itti uffisanii maamiloota ittiin hawwatan.
  2. waan fakkeeffamee hojjetame
  3. xuuxxoo
  4. nama duuyyaa, jufunfula, ranjula