due

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : dudgeon, duel

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • due

Hiika

  1. kan kaffalamu
  2. mijaa'aa, tolaa, sirrii
  3. ta'uu ni danda'a jedhamee kan amanamu
  4. kennamuu kan qabu (akka mirgaatti)
  5. buusii (kan miseensummaaf kaffalamu)