drip

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : drinker, driven

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha
  • drip

Hiika

  1. copha, coba
  2. meeshaa sooratni garaagaraa hidda dhiigaa dhukkubsataatti akka seenu taasisu.
  3. muuyoo, nama dadhabaa

Gochima

  1. cobuu, coccobuu