dolmen

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : dolly, dolorous

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • dolmen

Hiika[gulaali]

  1. dhagaalee wal cinaa ol dhadhaabatan (kan bantiisaanii irratti dhagaa battee baatan, bara durii bakka awwaalaa adda baasuuf fayyadu turan)