dock

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : docile, docker

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha
  • dock

Hiika

  1. buufata galaanaa bakka doonilee itti fe'an yookiin doonii irraa itti buusan yookiin itti suphaman
  2. bakka yakkamaan keessa dhaabbatu (mana murtiitti)

Gochima

  1. eegee bineeldootaa ykn neefkaalee gabaabsanii muruu