diverge

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : diver, divergence

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • diverge

Hiika

  1. bakka tokko irraa ka'ee kallattii garaagaraa irra kan qajeelu (daandii, xurree fi kkf)
  2. adda ta'uu (yaadaan)