Jump to content

directorate

Wiktionary irraa

kanaslaali : directory

Afaan Ingiliffaa

  • directorate

Hiika

[gulaali]
  1. namoota dhaabbata yookin kaampaanii tokko to'atan
  2. qaama mootummaa kan hojii adda ta'e tokko hojjechuuf itti- gaafatamummaan irra jiru.