deliberation

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : deliberate, delicacy

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • deliberation

Hiika[gulaali]

  1. marii dhimma tokko irratti gad fageenyaan adeemsifamu
  2. wayita haasa'an/waa hojjetan ariifachuu dhabuu, eegannoo gochuu