Jump to content

deicer

Wiktionary irraa

kanaslaali : dehydrated, deification

Afaan Ingiliffaa

  • deicer

Hiika

[gulaali]
  1. waan lafatti biifamu kan cabbii lafa irraa qulleessu yookiin cabbiin akka hin uumamne ittisu