debase

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : debar, debatable ----

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • debase

Hiika

  1. sadarkaa, qulqulina yookiin gatii waan tokkoo gad xinneessuu/butuu
  2. sibiilota qulqullinni isaanii gad aanaa ta'e fayyadamuudhaan gatiin saantimaa akka xinnaatu gochuu.