cream

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : crease, creak

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha
  • cream

Hiika

  1. qarruu, aannan wayita danfisan irratti kan kantaru.
  2. nyaata kan waan qarruu fakkaatu qabu
  3. quyyifata miidhaginaaf yookiin qorichummaaf dhagna irratti dibatan

Gochima

  1. kuduraa affeelamaa, keessattuu waan akka dinnichaa bulleessanii aannanii fi dhadhaa wajjin walitti makuu/rukutuu