course

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : court, courier

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • course

Hiika

  1. Xurree yookiin kallattii doonii, xiyyaarri yookiin bishaanni fi kanneen fakkaatan irra adeeman
  2. gosa barnootaa yeroo murtaa'etti baratan
  3. dirree golfii itti xabatan