corona

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : coronary, corollary

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha
  • corona

Hiika

  1. wayita aduu fi ji'i wal irra bu'an ifa geengoo fakkaatee mul'atu.
  2. vaayiresii gonfoo waan fakkaatu qabu, koronaa