conventional

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : converge, convention

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • conventional

Hiika

  1. waan hawaasa biratti. fudhatama qabu kan kabaju
  2. waan barame yookiin kan aadaa hordofu.
  3. nuklarii kan hin taane (meeshaa waraanaatiif)