contingent

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : continual, contingency

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • contingent

Hiika[gulaali]

  1. ta'uus ta'uu dhabuus waan danda'u (shakkisiisaa waan ta'e)
  2. loltoota muraasa kan akka qaama humna waraanaa isa guddaa ta'aniif kennaman