conservative

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : conserve, conservation

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha
  • conservative

Hiika

  1. jijjiirama siyaasaa fi hawaasummaa kan hin barbaanne, mankaraarsaa, mankaraarsituu.
  2. aadaa, ilaalchaa fi safuu dura turetti kan cichu.
  3. of eeggataa.