condescend

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : condition, condense

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha
  • condescend

Hiika

  1. sadarkaakootii gad jedhanii waan yaadan hojjechuu/raaw'achuu.
  2. amalaan namatti dhihaachuu (garuu ol aantummaa ofii haala agarsiisuun).