compliance

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : compliant, complexion

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • compliance

Hiika[gulaali]

  1. abboomamtummaa
  2. waanta namooti kan biraan hojjechuu barbaadanitti dafanii walii-galuu namoota kan biroo wajjin.