commit

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : committee, commissioner

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha
  • commit

Hiika

  1. waan seeraala ta'e hojjechuu.
  2. gara mana hidhaa, mana walaansaa fi kk fakkaatanitti erguu.
  3. waan tokko hojjechuuf abdachiisuu.