close

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : closed, cloister

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha
  • close

Hiika

Gochima

  1. Cufuu
  2. garaagarummaa waan tokko gidduu jiru walitti dhiheessuu yookiin dhiphisuu

Maqibsii

  1. bira, naannoo
  2. baay'ee wal fakkaataa
  3. of eeggannaa
  4. baay'ee gabaabaa
  5. Sirriitti kan eegame
  6. odeeffannoo kennuu diduu
  7. doqna, sassataa, Sassattuu

Maqaa

  1. gamoolee yookiin jaarmaalee fi lafa manneen sagadaatti marsanii jiran kanneen qabeenyaa mana sagadaa ta'an.