circuit

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : circuitous, circlet

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha
  • circuit

Hiika

  1. Xurree yookiin daandii kan bakka tokkotti marsee Jiru.
  2. daandii humni elektirikii keessa dhangala'u.
  3. toora, xurree