cipher

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : circle, cinnamon

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • cipher

Hiika

  1. mala iccitiidhaan barreessuu.
  2. dhaamsa/mala iccitiitiin barreessame.
  3. nama yookiin waanta barbaachisummaa hin qabne.
  4. lakkoobsa zeeroo (o).